Breaking News -Koree gidduu galeessaa OPDO keessatti jeequmsi olaanaan dhalate. Miseensotni Korichaas arii’amaa jiru
Gabaasa Qeerroo Finfinnee Hagayya 15, 2014

Yeroo dheeraaf Ulee mootummaa wayyaanee ilmaan Oromoo rukkutu tahuun tajaajilaa kan as gahe Koree gidduu galeessaa OPDO keessatti jeequmsi olaanaan dhalate. Fincila diddaa garbummaa bara 2014 gaggeeffame keessatti isin miseensota ABOti, FDG Kana keessatti hirmaattanii jirtu jechuudhaan Qorannaan caasaa qulqulleessuu magaala Adaamaatti eegalame xumura malee hafuudhaan gara magaala Shaashimanneetti cehamee jeequmsa olaanaa irratti argamu.
Miseensota Koree gidduu galeessaa OPDO kan turanii fi tika Caasaa OPDO kan turan Obbo Geetaachoo Olii fi Abdoo kanneen jedhamanis miseensummaa irraa haqamanii jiran. Kanneen walgahii kana irratti argamaniidhaafis gatiin hojii isaanii sadarkaa A, B,C, D dhaan kennamaa kan jiru yoommuu tahu Iccitii kana baasnaan namuu itti gaafatama jechuudhaan bilbila harkaa irraa funaanuun walgahii muddaa irratti argamu. Keessi OPDO bututaa fi wal amantiin isaan gidduutti dhibamuu irraa Passportiin amanamtoota Koree gidduu galeessaa yeroo dheeraa Obbo Abbaa Duulaa Gammadaa fi Obbo Dirribaa Kumaa irraa fudhamee jiraachuun isaas ni yaadatama.
Source: Qeerroo
I dont even get how OPDO didnt know this is coming for them
1) Ijooleeni kuuni kanaafaltii akkaa raawtamuufi gaaffii haa dhiyyeesani. Hangaa yoonati leqqeefatani maagala keessaati rakaachaa jiruu.
gaafii akkaa qopheessaniammaa qabaani waraaqqaa haa bitinsaani.
For those who bend down your back to attack OPDO day in and out, you are the worst enemy of Oromo people indirectly because you are not helping the divorce process of TPLF and OPDO. What you are doing is, you are attacking the confidence of some elements within the OPDO who are trying to do something good. Keep in mind that some of these OPDO members are capable of thinking that they need to be independent of TPLF control and they are trying to find how to do it, but you are pushing them back to this unholy marriage with your attack. If they think that they do not have any of Oromo backing when they try divorce from TPF, they only thing they can do, trying fix their rotten marriage.
One thing we need to understand here, whether we like it or not the only viable power that can challenge the hegemony of TPF is OPDO for the Oromo at this moment, therefore we need to be politically smart and savvy in this time and place. We need to stop attacking OPDO. We need to show to OPDO that if they devoice with TPLF, we are ready to take them back with open arms and ready to forgive them. We need to be ready to rally behind the independent OPDO. We need to stop in fight and ready to attack our enemy, real enemy. This is the Oromo unity that some of us singing for the past 24 years. As a people, Oromo, let’s have a permanent interest but not permanent enemy!
“…the Oromia security head and a bunch of central Committe members did not have the cause of the Oromo people at heart and did not fight for it in the first place. That is why they will never yield to the wish of the Oromo people, but would like to serve their masters’ mission.” you wrote
amma filanno dhiyate jira kanaafu umaticha:-
1/haala danda.ameen wwan hinjire waada senani itti kijibani samu isaani jijjiru
2faa:-akka namu motumaa kanatti hindubane bikka jiruti sodachisu
3faa:-akka fayidaafi ,qabenya,akasumas nagenya umatichaatifi dararamani bu.aa busani ijifano galmeesan fakeesu
4faa:-gaafi umata oromotifi baratoota oromo kan waliigalaa akka diini alaa seene woliin dhahaa jiru fakeesun gaafii fi fedhi umata oromo dinaan waliqabsiisun siri akka hintane hubachisu.
akkasumasi waligalati akka wayaneen Isaan(OPDO)kaartun goteakka feete gotee itti ajajee itti qostuuti isaanis WAREEN GARAA GUTATANII ERGAMTOOTA DIINA TA.AAN KUNIbaratotaafi umaticha 1.sodachisudhan
2.itti kijibudhan.3.waadaa kijibaa baratootafi umaticha seenudhan wolgahii kana qopheesani filanno dhufufii haala mijeefachudhaafi kan itti yaadamee ta.uu isaa ifaa dha.
so please try to find solution than blaming each other. we just see OPDO working with tplf but we dont see what they are doing for our people. yes they are few in OPDO member who are oromo and care for their people another who speak the language but not oromo and taking advantage let us not put them all in one basket. i hope i make sense